id: "om_Latn" language: "om" script: "Latn" name: "Oromo" autonym: "Afaan Oromoo" population: 34897120 region: "ET" region: "KE" region: "SO" exemplar_chars { base: "a A b B c C d D e E f F g G h H i I j J k K l L m M n N o O p P q Q r R s S t T u U v V w W x X y Y z Z ’" numerals: "- , . % + 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9" index: "A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z" } sample_text { masthead_full: "NnAa" masthead_partial: "Mm" styles: "Ulfinni fi wal-qixxummaan ilmoo namaa kan" tester: "Mirga namummaa irra ijjechuun yookaan tuffachuun yeroo hunda" poster_sm: "Miseensoti" poster_md: "Akkasumas" poster_lg: "Namooti" specimen_48: "Miseensoti Waldaa Mootummootaa marti, Dhaabbata Waldaa Mootummootaa" specimen_36: "Biyyoota gidduutti walitti-dhufeenyi michumaa fi wal-jaalalaa akka dagaagu gochuun barbaachisaa waan ta\'eef;" specimen_32: "Ulfinni fi wal-qixxummaan ilmoo namaa kan uummattoota hundaa akka ifatti kabajamu gochuun bu\'ura bilisummaa, haqaa fi nageenya addunyaa waan ta\'eef;" specimen_21: "Ulfinni fi wal-qixxummaan ilmoo namaa kan uummattoota hundaa akka ifatti kabajamu gochuun bu\'ura bilisummaa, haqaa fi nageenya addunyaa waan ta\'eef;\nMirga namummaa irra ijjechuun yookaan tuffachuun yeroo hunda jeequmsa badiisa fidu uumee uummata kan dheekamsiisu waan ta\'eef, akkasumas addunyaa haaraa kan uummanni ishee wal-qixxummaadhaan, bilisummaa yaadaa fi amantii argatanii, yaaddoo fi dhaba irraa birmaduu ta\'anii gammachuudhaan akka jiraatan gochuun hawwii fi fedha uummattoota addunyaa waan ta\'eef;" specimen_16: "Ulfinni fi wal-qixxummaan ilmoo namaa kan uummattoota hundaa akka ifatti kabajamu gochuun bu\'ura bilisummaa, haqaa fi nageenya addunyaa waan ta\'eef;\nMirga namummaa irra ijjechuun yookaan tuffachuun yeroo hunda jeequmsa badiisa fidu uumee uummata kan dheekamsiisu waan ta\'eef, akkasumas addunyaa haaraa kan uummanni ishee wal-qixxummaadhaan, bilisummaa yaadaa fi amantii argatanii, yaaddoo fi dhaba irraa birmaduu ta\'anii gammachuudhaan akka jiraatan gochuun hawwii fi fedha uummattoota addunyaa waan ta\'eef;\nUummanni bulchiisa rooroo fi cunqursaa ofirra kuffisuuf humnaan akka hinfayyadamnetti yoo barbaachise, mirgooti namummaa seeraan akka eegamu gochuun barbaachisaa waan ta\'eef;" } source: "Ben Parker, Afaan Oromoo - the Oromo language and the latin alphabet, 26 June 1994"